Kabajamtoota Keenyaa!
Gaaffileen qophii qorumsaa kun barattoonni kutaa 8ffaa Qorumsa Naannoo (EPSLCE) amanamummaafi qabxii olaanaadhaan akka darban gargaaruuf qophaa’e. Innis barannoo ijoo ta’e kutaa 7ffaafi 8ffaa, keessaa gaaffilee qorumsa biyyoolessaa waggoota sadan darban, akkasumas gaaffii tokkoo tokkoof deebii sirriifi ibsa bal’aa waliin ta’eera. Qophiin kun barattoonni waan baratan salphaatti akka irra-deebi’aniifi dandeettii qorumsa hojjechuu isaanii akka gabbifatan waan gargaaruuf, xumura qophii keessanii gochuun milkaa’ina keessaniif hojjachuuf qophaa’a!
Curriculum
- 4 Sections
- 0 Lessons
- 365 Days
Expand all sectionsCollapse all sections
- Kutaa I. Waliin Dubbii1 Item
- Kutaa II. Fayyadama Jechaafi Seerluga1 Item
- Kutaa III. Afoola1 Item
- Kutaa IV. Dubbisa-I1 Item
Instructor
