Kabajamtoota Keenyaa!
Gaaffileen qophii qorumsaa kun barattoonni kutaa 6ffaa Qorumsa Naannoo (EPSLCE) amanamummaafi qabxii olaanaadhaan akka darban gargaaruuf qophaa’e. Innis barannoo ijoo ta’e kutaa 5ffaafi 6ffaa, keessaa gaaffilee qorumsa biyyoolessaa waggoota sadan darban, akkasumas gaaffii tokkoo tokkoof deebii sirriifi ibsa bal’aa waliin ta’eera. Qophiin kun barattoonni waan baratan salphaatti akka irra-deebi’aniifi dandeettii qorumsa hojjechuu isaanii akka gabbifatan waan gargaaruuf, xumura qophii keessanii gochuun milkaa’ina keessaniif hojjachuuf qophaa’a!
Curriculum
- 2 Sections
- 0 Lessons
- 10 Weeks
Expand all sectionsCollapse all sections
- Ministry: Afaan Oromoo Kutaa 20176 Items
- 1.1Gaaffilee 1-6 jiran waliin dubbii kenname irratti hundaa’uun deebii sirrii ta’e filadhu.6 Questions
- 1.2Gaaffilee 7-11tti jiraniif hiika fakkaattii jechoota kennamanii filadhu.11 Questions
- 1.3Gaaffilee 18-24 jiran akka gaafatamtetti deebisi.7 Questions
- 1.4Gaaffilee 25-33tti jiran akka gaafatamtetti deebisi.9 Questions
- 1.5Gaaffilee 34-35tti jiran akka gaafatamtetti deebisi.2 Questions
- 1.6Dubbisa asiin gaditti kenname dubbisuun gaaffilee 36-40 jiran deebisi.5 Questions
- Ministry: Afaan Oromoo Kutaa 20165 Items
Instructor
